Oromo Qofaa

Oromo Qofaa

Share

oromo liberation front

15/02/2021

Warreen isa gaafachuu deemanii hidhaman martu
bahaniru
1, mohammed Deeksisoo
2, Dr, Hashuu jamaal
3, Xaahir Diimaa
4, Shaabuu(lecture of ju)
5, Sulxaan Deeksisoo
Guyyaa lamaan darbe iddoo kamitti akka hidhame
baruun hin danda'amne ture
Har'a garuu barbaacha cimaa booda bulchinsa
magaalaa jimmaa aanaa 1ffaa saaris iddoo
jedhamtutti isaa fi waahilloonni isaa akkasumaas
barsiiftuun mooraa university jimmaa fi obboleessi
mohammed kan isa barbaacha deemaniis achumatti
hidhamanii akka jiran beekame ture. Garuu LEENCA
OROMOO MOHAMMED DEEKSISOO QOFATU
HIDHAATTI HAFE!
Sagalee haa taanuuf

Want your business to be the top-listed Shop in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Riyadh